Job 10:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma tana ya hubad'e aka atini mala nati d'aate, d'ossaani na balleesu feetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan kanniinillee onnee kee keessatti dhossite. kun maruu yaada kee keessa akka jiru hin beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ada waan kana gadhaa keeti keessatti dhoffatteerta. Kun karoora keeti akka te'e ani hin beeka.