Job 10:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini ch'ubbu hojad'e, gaargala badi tiyya, ammo ato waan dansa tolchele, d'uga inargad'u. Anini ya ch'eeri na ijeese ufi jibbaad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo cubbuu hojjadhe, yoma san rakkinna irratti kufa; yoo waan mishaallee hojjadhe galata hin argadhu; miidhamee, salphinni na irra gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hamaalessa yoo te'e, naaf aanne'e! Nama balchaa te'ulle dande'ee mataa kiyya ol hin qabadhu. Ani waan salphadheef rakko'oon guutameera.