Job 10:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini diquma mata olfud'ad'ele, atini aka nyeench'a na gaade, waan mama tolchite na balleesita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani boonee yoo uf jaje, ati akka leencaatitti dhadhooltee na qabda. waan kana na miidhu'uuf deddeebitee goota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo mataa kiyya ol qabadhe, ati akka neenqaa na adansita. Na miidhiisaafille itti deddeebitee hunna teeti sodaachittuu natti mudhitta.