Job 10:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maanifi garaa haad'a tiyya keesaa na baafte? Ato sila ka nami na inargini due, guddo naa woyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maaf gadaamessa keessaa na baafte? uduu eennullee na hin argine maal uduu du'ee!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Waaqa kiyya, maaf akka ani dhaladhu na goote? Ilti nama tokkoolle adoo na hin dhaggin adoo du'ee hin jiraadhuu!