Job 10:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila akuma anini garaa haad'a tiyya keesaa bueeni na awaalani guddo ira naa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu hin jiraanne ta'ee; uduu akkuma gadaamessa keessaa bu'een gara awwaalaatitti uduu bu'uu silaa akkas naa woyya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo dhalatiisa hin dhabuu! Yookiin gadaamessa keessaa gara awwaalaa adoo hin geeffamuu!