Job 10:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani kiyya gabaabani dabru ingeenne? Na lakifte ho? Guyya naa hafe gammadu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri jireenna kiyyaa gabaaba'aa mii? kanaafuu akka jajjabeenna diqqoo akka argadhuuf na dhiisii na irraa deebi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri jiruu tiyyaa gabaaba'aa motii? Bara gabaabaa kana keessatti diqqumalle akka gammadu na lakkis.