Job 10:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta dukanti isii sipeeni gaandidoofte nama wo gassitu, ta ifsaani isiileeni ch'ufti dukana fakaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara hulee akka daasee dukkanoofteetitti; gara hulee gaaddisa du'aa ka seera hin qabnee, gara ardii ifni isi'ii dukkana ta'ee uduu hin deemne; akka diqqoo jajjabaadhu na dhiisi; gad na dhiisille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara lafa dukkana dimmaa gara lafa gaaddisa du'aa gara lafa nageya hin qannee, addee ifi akka dukkanaa te'e adoo hin dhaqin diqqumalle akka gammadu na lakkis› hin jedha» jedhe.