Job 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka anini ch'ubbu inqamne, ka nami d'ibileeni dandae sii dura na imbaamne, atini imbeeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaa ol ani yakkamaa akka hin taane, namni si harkaa nama hambisu akka hin jirre atuu hin beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani yakkaa hin qannee fi harka keeti keessaa nami na baasu akka hin jirre ati hin beetta.