Job 11:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbu keesa jirtu ufi ira fageesi, waan hamtu mana kanke keesaa baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuu harka kee keessaa baaftee akka wonti hamaan mana kee keessatti hin argamne uduu gootee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yakkaa harka keeti keessa jirtu ifi irraa yoo fageessitee, wonni hantuun dunkaana keeti keessaa akka hin jiraanne yoo goote,