Job 11:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini abdi guddo qabdufi, soda male nagayaani teeta. Waaqi si qorqorate hafuura sii baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdii waan qabduuf boona'aa jiraatta; Rabbi waan si eeguuf sodaa malee hara baafattee jiraatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addiin waan jirtuuf atille addattee hin leeta; Waaqi waan si eeguuf sodaa malee fooraan hin leeta.