Job 11:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri ch'ubbu qabu ufi jibbaate, ufi d'aatu mimilate, kara bahuuni d'aba, wonti worri abdatu duuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji hammeeyyi'ii garuu hin jaamti; Karaan isaan dheessaniin maruu cufaa ta'a; dhumti isaanii du'uma»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti worra hama'aa ammoo hin jaamti; karaa miliqanu hin dhaggatanu; muummeen isaanii du'a» jedhe.