Job 11:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka qaroomi aka heddu jiru si barsiisa; waan nami dandae inhubanne ka d'ossaati jira. Hubad'u, gaargali kanke kunini haga sila sii male ingahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhossaa ogummaa ufiillee uduu sii ibsee! hubannaan isaa guddaa waan ta'eef adabbii siif ta'u keessaa akka dhidhisee sii kaffalu beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
karaan qarumma'aa hedduu waan te'eef, dhossaa qarumma'aa adoo sitti mudhise, haga si'iif maltee gad akka inni si adabe hin beettaayyu.