Job 11:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini muumme inqabdu, gubbale ira olfago. Atini maani dandeete taata re? Ammo Waaqi fulla ekheraa imbeekha, ammo atini imbeetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddinni isaa Samii caalaa ol fagaataa, ati maal godhuu dandeetta? gad fageenni isaa asaaba caalaa gad fagaataa, kanaafuu ati maal beekuu dandeetta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guddinni isaa ol-gubbaa caalaa ol fagaata. Ati maan godhuu dandeetta ree? Gad fageenni isaalle qilee caalaa gad fagaata. Ati maan beekuu dandeetta ree?