Job 12:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenni waan lubbu qabati ch'ufti harka isaa keesa jira, hafuuri namaaleeni isa iraa baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuun uumama maraatii fi, hafuurri nama maraatuu harka Rabbii keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruun waan duudi'iitii fi hafuurri nama duudi'ii harka Waaqaa jiran.