Job 12:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi jaba, waan ch'ufa indabsata; ka wo sobuufi ka sobanileeni ch'ufti harkuma isaa keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunninii fi ogummaan ka isaati; ka gowwoomuu fi ka gowwoomsullee baallii isaa jala jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jabeennii fi qarummaan ta isaa ti; ka sobuu fi ka sobamulle isaan lamaanuu baallii isaa jala jiran.