Job 12:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dukana sipe balleese, ifsaani d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dukkana keessatti dhokate ifa baasa, dukkana jaamaa ifatti jijjiira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhossaa dukkana keessaa hin mudhisa; dukkana dimma gara ifaa hin jijjiira.