Job 12:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra nama dura deemu qalbi d'owe, lafa kara inqamne keesa marsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota adunya'aa jalaa hubannoo fudhata; gammoojjii karaa hin qabne keessatti isaan dhamaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni sooreyyii irraa hubantii isaanii hin mulqa; goomolee daandii hin qanne keessalle hin joonjisiisa.