Job 12:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dukana keesa jinjimate, aka nama machae dadaaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifa dhabanii dukkana keessatti dhama'an; akka nama machaayee gatantaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ifa malee, dukkana keessa qaqqabataa akka ideemanu, akka nama machoweelle akka titimisanu hin godha.