Job 12:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini qalbi akuma kanke qaba, waan tokoleeni si inhanqad'u; nami waan kana imbeenne injira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu anillee akkuma keessan hubannaa qaba. ani isinii gadii miti. waan akkanaa kana ka hin beenne eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo akkuma keessan hubantii qaba; ani isinii gadii moti; waan akkasii kana eentu wollaala ree?