Job 12:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalani tiyyaaleeni amma na kofalti, ato anini nama d'uga, ka wollaala inqamne tahele jaalani tiyya, na kofalti, duri Waaqi kad'acha tiyya naa d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani maqaa Rabbii waame, innillee naa deebise, amma garuu ani nama goshoonni itti baldan ta'eera, ani namni dogoggora hin qabne qajeelaan nama baldaa ta'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqa daadimadhee yennaan inni naaf deebise jirtiiyyu; amma ani waan jaaloti tiyya itti kollitu te'eera. Ani nami balchaan komii hin qanne waan nami duudiin itti kollu te'eera.