Job 12:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ch'ufti aka AABBO Waaqi harka ufiitini worra uume imbeetu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin maraa keessaa akka harki Rabbii hojjate ka hin beenne eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harki Waaqaa akka isaan dade isaan kana duudii keessaa ka hin beenne eennu ree?