Job 13:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini abdi waan tokole inqabu, tanaafi ato Waaqi na ijeese ho? Anini insodaad'u amma ufi dubbad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu uduu inni na ajjeesuu fedhelle'ee isa obsaan eeggadha, karaa kiyya irra dhaabadhee waan jiruu tiyyaa falmadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi yoo na ijjeeselle, ani isuma addadha; dhugaa tiyyalle isuma duratti falmadha.