Job 13:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri garaa jabeenni kunini na baasa wonti akanatiifi ch'ubbichi dandae Waaqa dura ineju.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni cubbamaan waan Rabbiin afoo dhiyaatuu hin dandeenneef, maal laataa ugguun kiyya kun fayyinnaaf sababaa naa ta'uu danda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Waaqa malee le'u Waaqa dura dhikaatuu waan hin dandeenneef, kun fayyinna kiyyaaf te'a fa'a.