Job 13:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma dubbini tiyya ha gurra isani seentu, aka dansa ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kiyya jabaadha'aa dhagayaa'a. ragaa kiyyallee gurra keessaniin caqasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbii tiyya akka dansaa caqasa'aatii, waan ani jedhulle gurri keessan dhage'uu ti.