Job 13:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini shame ch'ich'ite, woya billaachi nyaate fakaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf ani akka waan shamee ta'ee jiraadha; akka uffata xiinxanaan nyaateetitti bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf ani akka waan shamee, akka woyaa qu'een nyaattee hin bada.