Job 13:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini Waaqa guddaani dubbachu fed'a, aka dubbi tiyya woliini qorru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Waaqa waan maraa danda'u woliin dubbachuu barbaada, ani waan kiyyaa Rabbitti falmadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo Waaqa waan mara dande'u woliin dubbadhee, haajaa kiyya isa woliin falmuu fedha malee, si woliinii moti.