Job 13:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Waaqi isani ilaale, inni waan dansa isani irati inarga? Isani aka nama sobdani, waan Waaqa sobu dandeetani seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi uduu isin qoratee, waan mishaa isin keessatti argaa? akkuma nama gowwoomsitan isallee waan gowwoomsitan isinitti fakkaataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi yoo isin qorqore isiniif dansa'aa ree? Yookiin akkuma nama soddanu Waaqalle sobuu hin dandeettanii ree?