Job 14:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba atini gaafasi na yaamte, anini si jala owaad'a. Atinileeni ana, ka atini uumte, iraa gammadda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san ati na waamta, anillee si jalaa awwaadha; ana uumama kee argu'uuf yaadda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati na hin waanta; anille hin owwaadha; ati hujii harka keetii na hin dharraata.