Job 14:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ch'ubbu tiyya naa araaramte balleesita. Wollaala kiyyale ch'ufa naraa d'it'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma huura qalqalatti naqanii saamsanii gataniititti, cubbuu kiyya na irraa balleessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka huura subba keessa keyamee gatamuu, balleessaa tiyya duudii na irraa hin gatta; cubbuu tiyyalle hin balleessita.