Job 14:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaanileeni d'akha luqisani, bokai guddaleeni biyye lafa iraa diqa. Akasuma atini abdi namaa balleesita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma bisaan dhagaa qotee fixu, akkuma roobni jabaan biyyee haree fixu. atillee akkasuma abdii nama dadhaba'aa balleessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma bisaan dhakaa qoqqotu akkuma lolaan biyyee haru, atille akkasuma addii namaa hin balleessita.