Job 14:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akuma daraara bahe, qanch'oorate bada; akuma gaandidu yoosu dabra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka abaabo'oo ol bayee yoosuu harca'a; akka gaaddisaa uduu hin turin lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka daraara'aa mudhatee, yoosuma hin qoora; akka gaaddisaa adoo hin turin hin dabara.