Job 14:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni d'ukubsacha nafa isaatiifi laalala qalbi isaa ch'alla beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu foon isaatitti dhukkubbii calla'atu dhagayama, Waan rakkoo ufii callaa booya»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhibee nafa isaa qofatti itti dhage'ama; inni ifi qofaaf bowa» jedhe.