Job 15:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni nama mudamsiiftu gurra isaa duuchite, hojja inni lafa nagaya sehu shiftani isa haati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa naasisu gurra ufiitiin dhagaya; hennaa wonti maruu nagaya itti fakkaatutti wonti isa balleessu itti dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon bararassitu gurra isaatitti iyyiti; yennaa wonni marti nageya itti fakkaattutti ka balleessu isatti hin dhufa.