Job 15:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka dukana duraa bahu inheregatu, wonti akanatiifi goraadeti isa eegata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hireen isaa guraade'een du'uu waan ta'eef, abdii dukkana jalaa bayu'uu hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shallaagaan isa waan eegatuuf inni dukkana keessaa bayiisaaf addii hin qabu.