Job 15:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
innileeni dukana duraa imbahu. Inni mukha gubate, ka ibidi dameele gube qilleensi obeensa isaa fuud'e fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dukkana jalaa dheessee hin bayu; akka muka damee isaa arrabni ibiddaa gosseetii fi akka daraaraa isaa ka qilleensi harcaasee ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dukkana jalaa hin miliqu; akka muka dameelee isaa bobeenni ibiddaa gosseetii fi daraaraan isaalle hafuura aarii Waaqaatiin harca'ee hin te'a.