Job 15:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni daallae hameenna d'ugeefate, wonti inni argatuleeni hameennuma taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan duwwaa hedata'aa uf hin sobin waan akka kanaan nama gatii hin qabne ta'ee hafuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni womaa waan irraa hin dhagganneef, waan bu'aa hin qannetti addatiisaan ifi hin sobin.