Job 15:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mukha zabibu, ka mid'aani imbilchaatiini buufatu, fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka biqiltuu woyini'ii ka uduu hin bilchaanne hurbuu harcaafateetii fi akka muka ejersaa ka daraaraa ufii harcaafatuu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka muka woyni'ii ka unkuruura ifii adoo hin bilchaatin harcaafatuutii fi akka muka ejersaa ka daraaraa ifii harcaafatuu ti.