Job 15:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ubbu malate waan hamtu tolchu worruma kana; garaani worra woma d'araati guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni akkanaa kunniin daba karoorsan; rakkinna uumatan; yaanni isaanii ka sobaan guuttame.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri akkas jiru hammeenna karoorfataa rakkinna fida; gadhaan isaaniille sobaan guutameera» jedhe.