Job 16:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini bohe, ch'arqi naqad'e, ufi jibbaad'e daara keesa ch'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaddaaf uffata gaddaa hodhadhee uffadhe; daaraa keessatti gombifame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani gaddee woyaa gaddaa uffadheera; bukuu keessalle'etti jigeera.