Job 17:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bultiini tiyya ya ala hobaate, hafuurale bafachu dad'abe, awaala male woma na inhaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hafuurri kiyya dadhabeera, barri jireenna kiyyaa dhumatuu gayeera. Awwaallillee naa qophaayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qooqqee qofatti na keessa jira; barri jiruu tiyyaa haleelameera; awwaallille na eegata.