Job 17:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, anini d'uga dubbachuu jira, dubbi tiyya d'ugeefad'i, si male nami waan anini jed'u d'ugeefatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! si caalaa namni naa dhaabatu waan hin jirreef, atinuu wobii naa ta'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waaqa kiyya, ka si woliin wobii naaf te'u naa kenni; si'uma malee, ka dhibiin ka wobii naaf te'u eennu ree?