Job 17:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini qalbi worraa ya hubachu d'owarte, ammo aka worri na dabsatu iti illakisiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan qoratanii hubachuu akka hin dandeenne sammuu isaanii cufteerta. kanaafuu akka mooyicha argatan isaan hin taasisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan hin hubanneef qalbii isaanii cutteerta tanaaf akka isaan injifatanu hin gootu.