Job 17:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa akasi na arge, jennaani naraa rifata, duuba nami ch'ufti aka waan anini Waaqa imbeenne wollaala nati mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dhugaa dubbatan waan kana nayaniiran. qulqulloonni worra Rabbitti hin amannetti aaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qajeelaa ifi seyu waan kana maadeffata; worri yakkaa hin qanne worra Waaqa malee le'utti ka'a.