Job 17:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan d'uga qabu ufi sehu, haga qara ira waan d'uga qabu ufi seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qulqulloonni garuu karaa dhuga'aa irraa hin goran namni harki isaa qulqulluu ta'e hunna eda'ata'aa deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee balchooti karaa dhuga'aa irraa hin goranu; worri harki isaanii qulqullu'uu ifi seyanu jabeenna irratti jabeenna ede'atan.