Job 18:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa irati t'urura d'ossani, qaampara kara keesa kayaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa irratti qolaan diriireeraaf; karaa isaa irratti woshaadoon qophaayeeraaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wodaroon isaan qaddu lafa keessatti dhoffanteerti; tiyyoolle karaa isaanii irratti afanteerti.