Job 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gama ch'ufa waan isa mudamsiisuti isa eegate, fulla inni deemu ch'ufa gula deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Naasuun naannoo isaa marseera; duubaanillee isa ari'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni nama bararassu isaan marsiteerti; hordotteelle isaan hin ariiti.