Job 18:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiidi isaa jalati gogoge, dameeni isaa gubbaati qanch'oorati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka muka hiddi isaa goguutii fi dameen isaa harca'uu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka muka hidda hunde'een goguutii fi dameeleen isaa qoortuu hin te'an.