Job 18:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ilaborutiifi ka ila aduu ch'ufti baddi isaa d'ageennaani mudame holata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baya biiftu'uutii fi worri dhiya adu'uullee rakkoo isa irra gaye kana arganii nayanii hollatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gara aduun baatuutii fi gara aduun seentuu waan isaan irra geye dhage'anee sodaa guddo'oon qabamane.