Job 18:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni t'urura keesa seene, t'ururaani miila isaa qaba;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deemsa ufiitiin siiboo keessa seena. lutti isaallee woshaadoo keessatti sakaallama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miilli isaaniituu tiyyoo keessa isaan hin galcha; gara boolla keessa bu'anuulle hin deeman.