Job 19:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato nami sila dubbi tiyya tana qaabate, kitaaba keesati t'aafe, anini akami fed'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni waan haga ammaa ani dubbadhe yaadatuu fi ka akka kitaabaatittillee barreessu uduu argamee ani silaa attamitti gammada!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maalo'o, dubbiin ani haga ammaa dubbadhe barreeffantee, kitaabatti adoo galmeeffantee!